Xurree ittiin seenan

Breaking News

Chaayinaa fi Koriyaa Kibbaa Keessatti Vaayrasiin Koronaa Dhabamee Jira Jechuun Hin Danda'amu:Jaaramayaa Fayyaa Addunyaa


Foyya'iinsii guddaan biyyoota lameen keessatti argamuus weerarri vaayrasii koroonaa kutaa sana keessatti xumuura irra ga'u irraa fagoo jira jechuun jaarmayaan Fayyaa Addunyaa beeksisee jira.

Dhimmi kun falmaa yeroo dheeraa waan gaafatuuf jecha biyyonni haala qabatamaa biyya isaanii keessaa irraa ka'uun waan barbaachisu mara tattaafachuu akka qaban hubachiisee jira.

Chaayinaan namnii took vaayrasichaan amma du'u fi 48 haaraa vaayrasich koronaan qabamuu ibsite jirti. Garu biyya keessa warra ture miti jette.

Koriyaan kibbaa namnii 145 haaraa vaayrasichaannqabamuu ibsitee jirti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG