Xurree ittiin seenan

Breaking News

Awuroopaan Gargaarsa Messhalee Eegumsa Fayyaa Iraanif Ergan


Jarmanii Briteenii fi Faransaayiin ugguura Amerikaan Iraan irra keessa cinatti dhisuun gargaarsa kana ergan.

Ibsii ministii haajaa alaa Jarmanii biraa har'a ba'e meeshaleen kun maalfaa akka ta'an hin ibsine. Akkasumas kana kan erge kaampaanii isa kam akka ta'e maqaa hin dhoofne.

Caasaan gargaarsaa diriiree kun kan fiixaan ba'e akka turee fi gara fuula duraatti ittiin gargaaramuuf akka jiran ibsamee jira.

Sagantaa meeeshaa Nukleera Iraan irratti Amerikaan ugguura kaa'uun ishee ni yaadatama.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG