Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namnii Hundii Fayyaa Isaa Eeguuf Itti Gaafatamnii Irra Jira: Dr. Abiyyi Ahimad


Faayilii - Muummicha ministaraa Itiyoophiyaa, Abiyyi Ahimad
Faayilii - Muummicha ministaraa Itiyoophiyaa, Abiyyi Ahimad

Torbanneen dhufan lamaa fi sadii midhaa hamaa vaayrasiin koronaa dhaqqabsisuu kan itti mullatu ta'a jechuun mummichi ministeera Abiyyi Ahmad ibsanii jiran.

Keessumaa laga Gabaa fi geejiiba uummataatti namnii wal irraaa fageenya isaa akka eeggatuuf hubachiisan.

Mootummaan Itiyoophiyaa kun hojii irra ooluu isaa qaamoota seera kabajsiisaniin akka hordofuu beeksisanii jiran.

Namnii hundii fayyaa isaa eeguuf itti gaafatamnii akka irra jiru Dhaamsa Fees Bookii ofii irra ka'aniin Dr. Abiyyi Ahmad hubachisanii jiru.

XS
SM
MD
LG