Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tatamsa’ina Vaayiresii Koronaa Ittisuuf Naannooleen Benishaangul Gumuzii fi Gaambeellaan Murtiilee Dabarsinee Jirra, Jedhu


Naannooleen Benishaangul Gumuzii fi Gaambeellaa weerara Vaayirasii Koronaa dursanii ittisuuf murtoowwan dandeessisan adda addaa murteessuu isaanii beeksisan.

Itti gaafatamaan Waajjira Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Benishaangul Gumuz Obbo Mallasaa Bayyana, “Benishaangul Gumuz biyya ollaa sanaa Sudaan wajjin waan wal daangessuuf sochii namootaa, ulaaleen walitti-ceesisan ugguramanii jiru,” jedhan. Waajjirri Pirees Sekireetariyaatii Naannoo Gaambeellaas gama biraan dhimma baqattoota naannicha keessa jiranii mootummaan akka mari’atu dubbatee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Tatamsa’ina Vaayiresii Koronaa Ittisuuf Naannooleen Benishaangul Gumuzii fi Gaambeellaan Murtiilee Dabarsinee Jirra, Jedhu
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:51 0:00


XS
SM
MD
LG