Xurree ittiin seenan

Breaking News

Komiishinni Awrooppaa Biyyoota Gamtaa Awrooppaa Koronaan Miidhe Kan Deggeru Ta'uu Beeksise


Komiishinni Awroopaa biyyoota gamtaa Awrooppaa kaneen sababaa weeara vaayiresii koronaan hoji dhabiinsaan miidhaman deggeruuf kan oolu karoora doolaara biliyoona 109 kennuuf koroora jiru ifa godhee jira. p

Prezidaantiin komiishina gamtaa Asrooppaa Ursulaa Von der Leyeen Brussels keessatti ibsa kennaniin deggersi yeroo hatattamaa hoji dhabiinsa uumame deggeruuf ta’u kun rakkoo Awrooppaa keessaaf deebii guddaa kenname jedhan

Von der Leyeen akka jedhanitti deggersi kun biyyoota miseensota gamtaa Awrooppaa 27f bifa liqaan kan kennamu. Biyyonni miseensota ta’anis liqaa kana deebisuuf dirqamatu irra jira jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG