Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessaa Namoonni Ja’a Itti Dabalaa COVID-19-n Qabaman

Itiyoophiyaan namoonni ja’a itti dabalaa vaayiresii koronaan qabamuu beeksistee jirti, kunis lakkoobsa namoota vaayiresichaan qabamanii 35n ga’ee jira.

Namoonni irra hedduun vaayiresiin kun keessatti argame biyyoota adda addaatti imalanii kan deebi’an yoo ta’u kanneen keessaa 12 Dubaayi irraa deebi’an.

This item is part of
XS
SM
MD
LG