Xurree ittiin seenan

Breaking News

Meeshaa Wal’aansaa Dhaabbata Alii Babaa Biraa Argame Eertraa Hin Ga’in Jira Jedhame


Meeshaaleen gargaarsaa dureessiha Chaayinaa garee Alii Baabaan kenname Eertraa akka hin ga’in ibsamee jira. Muummichi ministeeraa Itiyoophiyaa Abiy Ahmed meeshaaleen gargaarsaa kun arditti maraar raabsamuu jalqabe jedhanii turan.

Sababaa meeshaaleen kun Asmaraa hin dhaqqabneef ifaa miti, garuu hojjettoonnin jarmayaa mirga namaa meeshaalee wal’aansa fayaa akkaan biyyattii barbaachisaa ta’e kana harkatti qabatee ta’uu dhaan mootummaan uummata isaa miidha jechuun qeeqan.

XS
SM
MD
LG