Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dawaan Dhibee Busaa Kan Vaayiresii Koronaa Ittisa Jedhame Kan Kijibaa Kaameeroon Keessatti Qabame


Kameeroon keessaa namoonni qorichi dhibee busaaf kennamu kan Kilorokuwiin jedhamu innumaa kan kijibaa ta’e hospitaalotaa fi Faarmaasiiwwan 300 keessaa to’annaa jala oolchuu beeksiste. vaayiresii koronaa ittisuuf gargaara jechuu dhaan utuu hin mirkanaa’in dawaan kijibaa kun heddumminaan gurguramaa jira.

Jaramayaan fayyaa addunyaa Bitootessa sagala dawaan farra dhibee busaa kijibaa kameeroon fi biyyoota hollaa Chaad fi Naayijeeriyaa keessa deddeebi’aa akka jiru akeekkachiisee ture. Kameroon keessaa namoonni 300 ol ta’an dhibee kanaan qabamaniiru.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG