Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hospitaalonni Naqamtee fi Amboo Dhimma Vaayiresii Koronaan Walqabatee Hanqina Meeshaalee Qabaacbuu Dubbatan


Hospitaala Ispeeshaalaayizidii Naqamtee
Hospitaala Ispeeshaalaayizidii Naqamtee

Ogeessotni fayyaa Hospitaala Ispeeshaalaayizidii Naqamtee fi Hospitaala Rifaraalaa Yunivarsiitii Amboo Hanqinni meeshaalee Wal'aansa yaalaafi Koroonaarraa ittiin of eeggachuu danda’an jiraachuu himan.

Hoogganaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Doktor Mangsituu Baqqala hanqinni meeshaalee caqafamanii jiraachuu himanii, bittaafi deggersa tola Ooltotaan Dhaabbilee fayyaaf

guutuudhaaf hojjataa jirra jedhan.

“ Adaamaa dabalatee magaalota Giddu Galeessaa Afur irratti Qorannoo Weerara Vaayirasii Koroonaa eegaluuf jenna” jechuun Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan.

Naakoor Malkaa Dabalata qaba

Hospitaalonni Naqamtee fi Amboo Dhimma Vaayiresii Koronaan Walqabatee Hanqina Meeshaalee Qabaacbuu Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:39 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG