Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Bulchiinsa Naannoo Uummattoota Kibbaa Hidhamtoota Gadhiise

Hawaasaa Yunversity, Hawasa, Ethiopia, Tuesday, November 19, 2019
Hawaasaa Yunversity, Hawasa, Ethiopia, Tuesday, November 19, 2019

Mootummaan bulchiinsa naannoo uummattoota Itiyoophiyaa gama kibbaa faca'iina vaayrasii koronaa ittisuuf jecha hidhamtoota kuma kudha lama hiikamuu isaanii beeksisee jira.

Kunis kan ibsame magaalaa Hawaasaa keessatti aangawoonni tuuta oduuf ibsa kennanii akka ta'e oduu gabaasaan keenya Yonaataa Zabdiwoos gabaasee jira

This item is part of
XS
SM
MD
LG