Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sudaan Keessatti Vaayrasiin Koronaa Hojii Gargaarsa Raabsuu Danqee Jira


Sababaa faca'iinsa vaayrasii koronaan kan ka'e Walii galaan haala itti Suudaan keessatti gargaarasa dhala namaa itti raabsamaa ture jijjiruuf dirqamuu isaa mootummaan biyyattii fi jaarmayoonni Tokkummaa Mootummotaa beeksisanii jiru.

Sudaan keessatti kooviid-19 dhukkuba jedhamuun kan qabaman namoota 10 kanneen du'an immoo 2 ta'u dhaabbatti fayyaa addunyaa mirkaneessee jira.

Suudaan keessa baqattoota jiran Miliyoona sadii dabalatee waluumaa galauummanni Miliyoona 9.2 gargaarsa dhala namaa eeggataa jira

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG