Xurree ittiin seenan

Breaking News

Boriis Jaansan Mana Yaalaa Seenan


Mummichi ministeera Briteen turban darbe vaayrasii Koronaan qabamuu isaanii kan ibsame yoo ta'u ho'ii qaama isaanii gad bu'u waan dideef jecha of-eegganaaf jecha har'a akka hospitaala seenana ta'e jedhamee jira.

Dhukkubii Kooviid-19 Briteen keessatti hammaataa kan jiru yoo ta'u namnii 600 du'un Dilbata kaleessaa ibsamee ture.

Biyyonni Awuroopaa kanneen biroon hangi tokk foyya'iinsa xiqqoo agarsiisaa jiru.

Kunis vaayrasichii torbanneeniif midhaa hamaa eega geesisee booda.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG