Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Tsahaayyee Dabaalqeew Du'an Boqotan


Obbo Tsahaayyee Dabaalqeew
Obbo Tsahaayyee Dabaalqeew

Gaazexxeessaa gameessa kan turan Obbo Tsehaayee Dabaalqew dhukkubsatee wal'anama a eega ture booda akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Bitooteessa 25 bara 2012 du'an boqochuun ibsamee jira.

Obbo Tsehaayeen magaalaa Aksuum keessatti Fuulbaana 15 bara 1943 dhalatan.

Midiyaa biyya keessaa fi alaa irratti waggootii dheeraaf itti gaafatamaa ta'uun hojjata kan turan Obbo Tsehaayyeen Amerikaa keessatti kan argamu hawaasa lammiwwan Itiyoophiyaa fi Dii Sii keessa ka jiru Embaasii Itiyoophiyaa keessatti hojii Midiyaa irra tajaajiilaa aturn.

Obba Tsehayyee Dabalqeew gaa'iila kan qabanii fi abba mucaa tokko turan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG