WAASHINGITAN, DIISII —
Sababaa rakkoo vaayrasii koronaan namoonni galiin isaanii gad bu'aa ta'e jeeqama hawaasaa fi rakkoo gargaarsa dhala namaaf akka hin saaxilamneef Arbaa Minci keessatti gargaarsii walitti qabamaa jira.
Dargaggonnii fi daldaltonni kaka'uumsa ofiin qabeenya qarshii Miliyoona 14 tti tilmaamamuu walitti qabuun isaanii ibsameera.
Kanas kan ibse bulchiinsa magaalaa Arbaa Minci ta'u Yonaataan Zabdieoos Gabaasee Jira.