Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tigraayti Hidhamtonni Dhiifaman Gadhiifaman


Mootummaan bulchiinsa naannoo Tigraay hidhamtoota 1600 dhiifamaan gadhisuun isaa ibasameera.

Kunis faca'iina vaayrasii koronaa dhaabuuf yaalii gaggeeffamaa jiru deggeruuf ta'uun beekamee jira.

Kanas kan ibsan hogganaa waajiira nageenyaa fi bulchiinsa Tigraay Ta'u Mulugeetaa Atsebahaa gabaasee jira.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG