Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waan Afaanii fi Funyaan Ittiin Aguugan Gargaaramuun Dirqama: Angawaa Kaameeruun


Biyya namnii 658 vaayrasii koronaan qabamee lubbuun namaa 9 galaafatamee Kaameeruun keessatti kun labsame.

Magaala handaara gala Doualaaf kantibaa ykn bulchaa kan ta'an Rojeer Nidinee Wiixata kaleessaa Afaanii fi funyaan keessan aguugaa jechuun akeekkachiisan.

Duula haaraa jalqabameen aguuggii huccuu irraa hojjatame kan itti gargaaramanii achii booda miicuun deebisanii itti gargaaraman kun raabsamee jira.

Mootuummaan Kaameeruun irra deddebi'ee akeekkachiisa of-eeggannoo kennuus uumanni waan dhaggeeffataa jiru hin fakkaatu komeen jedhu dhiyaata jira

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG