WAASHINGITAN, DIISII —
Baqattoonni miliyoona lamaa olii fi uummsyni addunyaa keessa qe’ee ofii irraa buq’an hedduun kan keessa jiraatan Gaanfa Afriikaa fi naannoo 'Great Lakes' jedhamu keessa vaayiresiin koronaa akka hin facaane ittisuuf jecha tattaaffii jiru cimsuu isaa Jarmayaan baqattootaa kan tokkummaa mootummootaa beeksisee jira.
Balaa faca'ina Vaayiresichaa ittisuuf dhaabbatoota Tokkummaa Mootummootaa ka biroo fi gurmuulee dhuunfaa wajjiin kan hoojjetu tahuu dubbata, UNHCR. Gabaasaa guutuu caqasaa