Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ertraa Keessatti Lakkoobsi Namoota Vaayrasii Koronaan Qabamanii Dabalaa Jira


Weerara vaayrasii koronaa ittisuf nama harka dhiqachaa jiru, Eertiraa
Weerara vaayrasii koronaa ittisuf nama harka dhiqachaa jiru, Eertiraa

Balalii xayyaaraa gara Ertraatti gaggeeffamu ituu hin dhaabatiin dura Ertraa kan seenan namoota 20 irratti qorannaa gaggeeffameen isaan keessaa vaayrasichaan qabamuu ministriin eegumsa fayyaa biyyatti beeksisee jira.

Kanneen qabamun isaanii beekame kun dargaggoo umriin 30 fi ga'eessa waggaa 60 ta'uun ibsamee jira.

Waluumaa gala Ertraa keessatti lakkoofsii namoota dhukkuba Kooviid-19 jedhamuun qabaman33 ga'ee jira jechuun oduu gabaasaan VOA Birhaane Berhee Asmaraa irraa gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG