Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Weereera Vaayrasii Kooonaaf Jecha Dhukaasa Dhaabna"


Waltaatoota Saa'udiin hogganamanii fi ribxee looltoota Hutti Yaman keessatti waggootii darban shaniif waraana turan dhukaasa dhaabiinsa labsanii jiru.

Barreessaa dureen Tokkummaa Mootummootaa Antoniyoo Gytarrees ji'a tokko dura waamicha dhukaasa dhaabinsaaf dhiyeessaniif deebii kenname ture.

Waamicha kana kan simatanii dhukaasa dhaaban keessaa Kaameeruun, Libiyaa, Sudaan Kibbaa, Siriyaa fi Yukreen akka jiran beekamee jira.

Kaayyoon keenya dhukaasa dhaabsisuu otoo hin taanee karaa itti gargaarsa dhala namaa dhaqqabsisuu dandeenyu karaa banuuf jechuun Gutarrees dubbatanii jiru

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG