Xurree ittiin seenan

Breaking News

Daandiin Balalii Itiyoophiyaa doolaara Miliyoona Dhibba Shan Ol Kasaaruu Isaa Ibse


Daandiin balalii xayyaara guddichi Afriikaa kan ta'e daandiin balalii Itiyoophiyaae sababaa weerara vaayiresii koronaan kan ka'e erga baatii Amajjiji as doolaara walakkaa biliyoonaa ga'u kasaaruu isaa beeksise.

Kasaaraan kun nu irra ga'u iyyuu hoogganaan kampanichaa Tewelde Gebremaariyaam daandiin balalii kun hojii balalii akka itti fufu nan abdadha jedhanii balalii xayyaaraa kaargoo ykn meeshaa deddeebisuu itti dabaluun hojjetaa kan jiru ta'uu illee ibsaniiru.

Daandiin Balalii Itiyoophiyaa doolaara Miliyoona Dhibba Shan Ol Kasaaruu Isaa Ibse
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:04 0:00


Yaadawwan Ilaali (4)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG