WAASHINGITAN, DIISII —
Magaalaa Miniyaapoli keessa kan jiru manni nyaataa Somaalootaa "Afroo deelii" jedhamu namoota sababaa vaayrasii Koronaan manaa akka hin baane ittifamaniif nyaata bilcheesuun tola raabsaa jiru.
Abbaa qabeenyaa mana nyaataa kanaa ka ta'an Abdirahim Kahan akka jedhanti hawaasa keenya gargaaruuf dirqamnii nu irra jira jedhan.Maanguddoota miseensa hawaaasa Somaalee ta'an fi olloota isaanii akkasumas jiraattoota Minisootaa kanneeen qaamaa-hir'uu ta'anii fi sababaa vaayrasii koronaan mana keessa turuuf dirqamaniif ganda irra deemuuf nyaatakennuuf.
Gabaasa Guutuu Caqasaa