Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kanneen Daandirra Jiraatan  Deebisanii Dhaabuuf Hojjetamaa Jira Jedha Mootummaan Itiyoophiyaa 


(Suuraa faayilii)

Namoota 22,000 Ta'an Kanneen Daandirra Jiraatan  Deebisanii Dhaabuuf Hojjetamaa Jira Jedha Mootummaan Itiyoophiyaa 

Ministeerri dhimma hojjataa fi hawaasummaa lammiilee daandirra jiraztan 22,000 ta'an daandiirraa kaasanii akka jiruu fooyya'aa jiraatan taasisuuf akka hojjetamaa jiru dubbata.

Waajjirri ministeerichaa lammiilee kana daandirraa kaasuun deebisanii dhaabuu kana kan raawwatu dhaabbilee tola ooltota biyya keessaa akka ta'an beeksisee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Kanneen Daandirra Jiraatan  Deebisanii Dhaabuuf Hojjetamaa Jira Jedha Mootummaan Itiyoophiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:21 0:00


Yaadawwan Ilaali (4)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG