Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paalaamaan Itiyoophiyaa Labsii Yeroo Hataatamaa Raggaasise

Guyyaa har’aa paarlaamaan Itiyoophiyaa labsii yeroo hatattamaa gaatilee shanii fi turuu kan gumii ministeerotaan gaafatame raggasisee jira.

Kana murteessuuf sagaleen kan kenname galma kongiresii kan keellaa waajjira muummichi ministeeraa keessa jirtutti. Muummichi ministeeraa Abiy Ahimed akkaataa faca’ina vaayiresii koronaa ilaalchisuun mootummaan labsii yeroo hatattamaa hojii irra kan oolchu ta’uu dubbatanii turan. Jehuun Meleskacho Amha Finfinnee irraa gabaaseera.

This item is part of
XS
SM
MD
LG