Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lakkoobsi Namoota Vaayiresii Koronaan Qabaman Kan Itiyoophiyaa keessaa 65 Guute


Sa’aatilee 24n darban keessa namoota qorannaan laboraatorii geggeessameef 442 keessaa sagal keessati vaayiresiin koronaa argamuun mirkanaa’ee jira. Kunis lakkoobsa namoota vaayiresiin keessatti argame kan Ethiophiya keeeessaa gara 65tti ol siqeera. Namoonni har’a vaayiresichi keessatti argamuun mirkanaa’e martinuu biyyootii alaatti imalanii deebi’an..

Itiyoophiyaa kessaa hanga ammaatti namoonni qorannaan laboraatoorii irratti geggeessame kuma tokkoo fi 232 yoo ta’u 57 vaayiresichi keessatti argamee hordoffiin godhamaafii jira. Namoonni afur fooya’anii manatti kan deebi’an yoo ta’u sadii lubbuun isaanii darbuun ni yaadatma jechuu dhaan ministriin eegumsa fayyaa Itiyoophiyaa beeksiseera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG