Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biyyoonni Afriikaa Meeshaa Wal’aansa Yeroo Hatattamaa Argachuuf Rakkataa Jiran


Byyoonni faca’ina vaayiresii koronaa ittisuuf jecha meeshaa kunuunsa wal’aansa fayyaa kan yeroo hatattamaa keessumaa meeshaa hafuura baafachuuf gargaaru bitachuuf rakkataa jiran. Afriikaa keessaa faca’inni vaayiresii koronaa meeshaaleen barbaachisan kun utuu hin dhaqqabin, nersoonni leenjii utuu utuu hin argatin hatattamaan hammaataa jira.

Doktoronni iKeeniyaa qophee ta’uuf jecha muuxannoo waahiloo isaanii biyy alaatti gargaaramaa jiran.

Keeniyaa keessaa namoonni 180 ta’an vaayiresii Kanaan qabamaniiru, namoonni ja’a immoo du’uu lakkoobsi dhiyeenya weerara addunyaa kan hordofu Yuniversitii Joons Hopkins irraa argame beeksiseera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG