Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wirtuun Qorannaa Vaayrasii Koronaa Haaraa Banuun Itti Fufee Jira


Adabaabayii Sumudaa, Hawaasaa, Itoophiyaa Sadaasa 19, 2019

Laaboraatoriin qorqnnaa vaayrasii koronaa bulchiinsa naannoo uummattoota Itiyoophiyaa gama kibbaa fi Dirre Dawaa keessatti banamuun gabaafamee jira.

Uummanni qajeelfama mootummaan baasee fi gorsa ogeessota sirritti hordofuu akka qabanis aangawonni siyaasaa gaafataa jiru.

Qajeelfamaa fi gorsa kennamu kun faca'iina vaayrasii koronaa akka hin hammaanne gochuuf waan ta'eef hubatamuu qaba jedhamuu isaa Yonaataan Zabdiwoos Hawaasaa Irraa akkasumas Addis Chakkol Dirree Dawaa irraa gabaasanii jiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG