Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koreen Eenyummaa Walqaayit Kan Amaaraa Miseensonni Koo Hidhaman Jedha


Itoophiyaa map

Koreen kun lafa warra walqaayit kan amma bulchiinsa naannoo Tigraay jalatti bulaa jiru gara bulchiinsa naannoo Amaaraatti akka deebi'uu gochuuf hundeffame.

Koree kanaaf miseensa gameessa kan ta''an Obbo Ataalaay Zaafee Raadiyoo Sagalee Amerikaaf akka ibsanti miseensonni isaanii 4 magaalaa Gondar keessatti hidhaman.

Bulchiinsii naannoo Amaaraa himata kana irratti deebii akka kennuuf yaaliin ta'e hin milkoofne jechuun Asteer Misgaanaawu Baahir Daar irraa gabaastee jirti.

Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG