Xurree ittiin seenan

Breaking News

Somaaliyaan Namnii Vaayrasii Koronaan Du'e Lama Ta'u Beeksiifte


Namoonni lameen kan du'an magaalaa Moqdishoo keessatti waan ta'eef Robii dhufuu kaasee galgalaa hanga barii lafaatti sochiin kan ugguramu ta'u aangawoonni Somaaliyaa beeksisanii jiru.

Uggurri kunis sochii traafikii, daldala, hospitaalaa fi Faarmaasii irratti rakkoo akka uumuu aangawoonni ibsanii jiru.

Namnii lammataa kan dhukkuba Kooviid-19 jedhamuun har'a du'e
Kaalif Toohaaw bakka bu'aa uummataa ta'uun paarlaamaa biyyatti keessa kan jiru akkasumas bulchiinsa kutaa Hirshaabeelleef ministeera haqaa turan

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG