Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amerikaan Jalqaba Baatii Dhufuutti Jireenya Lafa Duritti Deebisuu Hin Qabdu: Dr. Antonii Faawuchi


Prezidaantiin Amerkaa Donaald Traamp yaada kana qabaatan iyyu kana gochuun vaayrasiin koronaa fixiinsa hamaa akka geesisuu gochuu ta'a jedhu hayyuun fayyaa kun.

Ummataan mana keessa turaa jechaa kan jiru mootummaan guyyaa 17 booda jireenyi iddoo duritti deebi'a jechuun daldala biyyattii waan gargaaru hin qabu jedhu.

Yoo dhibe illee dhuma baatii dhufuutti hanga tokko hojiitti deebi'uu fi sochiin jireenya guyya-guyyaa jiraachuu mala jedhanii kunis kutaalee Amerikaa adda addaa keessatti sadarkaan isaa garaa gara ta'u qaba jechuun Dr. Antonii Faawuchii Televiziyoona CNNf Dilbata darbee kana ibsan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG