Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kameeruun Haguuggii Afaannii Fi Funyaanii Godhachuun Dirqii Ta'uu Labsite


Biyyi Kameeruun lammiiwwan Ishee haguuggii funyaanii fi afaanii ykn maaskii utuu hin godhatin akka manaa hin baane labsitee jirti. Dawaan vaayiresii koronaa wal'aanuuf gargaara jedhames heddumminaan oomishuu jalqabdee jiriti.

Torbanneen ja'a darban keessatti hospitaalonni biyyattii namoota COVID- 19 qabaman 850 ol ta'aniin muddamaa akka jirtu ibsameea. Lakkoobisi kun gara kuma hedduutti guddata jedhmee eegamaa jira.

Kameeruun Haguuggii Afaannii Fi Funyaanii Godhachuun Dirqii Ta'uu Labsite
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:09 0:00


Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG