Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obaamaan Dorgommii Prezidaantii Garee Dimokraatotaaf Baayideniif Deggersa Godhan


(Suuraa Faayilii)

Prezidaantiin Ameerikaa duraanii itti aanaa isaanii duraanii Joo Baayiden paartii dimookraatotaa bu’uu dhaan filannoo prezidaantummaa Ameerikaaf akka dorgomaniif kibxata kaleessaa dhiyeessanii jiru.

Kunis mormituu Baayiden kan turan senetera kutaa Vermont Bernii Saanders guyyaa tokko dura dhiyaachuu Baayiden kan ilaaleen deggersa qaban erga labsanii booda.

Yunaayitid Isteetis dhimma vaayiresii koronaa irratti fuuleffattee ennaa jirtu kanatti jedhan Baraak Obaamaan, biyyattiin hooggana haaraa ishee barbaachisa jedhan.

Obaamaan Dorgommii Prezidaantii Garee Dimokraatotaaf Baayideniif Deggersa Godhan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:12 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG