Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abuuna Maatiyaas Ayyaana Du’aa Ka’aaf Uggurri Kaa’ame Akka Ka’u Gaafatan


(Suuraa faayilii)

Paatriyaarkiin waldaa Orotodoksii Itiyoophiyaa Abaa Maatiyaas ennaa ayyaana du’aa ka’uu uggurri bakkaawwan amantii irra kaa’ame akka ka’u muummicha ministeeraa Abiy Ahimediif xalayaa barreessan.

Kunis hoogganaa kutaa wangeelaa waldattii Meggaabii Selaam Solomn ibssa VOAf kennaniin ta’uun hubatameera. Solomoon itti dabaluu dhaan xalayaan sun waaqeffannaan wal irraa hiiqiinsa hawaasummaa bifa eegeen geggeeffama jechuu isaanii illee ibsaniiru jedha Meleskaachoo Ammahaa Finfinnee irraa.

Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG