Xurree ittiin seenan

Breaking News

 Prezidaant Doonaald Traamp Seera Tumtoonni VOA Dabalatee  Taayitaa Ol Aanuuf Nama Isaan Muudan Akka Raggaasisan Gaafatan


Prezidaanti Doonaald Traamp seera tumtoonni kaadhimamaa isaan taayitaa ol aanaa bulchiinsa isaanii kan Raadiyoo sagalee Ameerikaa hoogganu dabalatee dhiyeessan waan hin raggaasisiniif yaa’ii dhaaf kongresii waamuuf dhaadatan.

Traamp akka jedhanitti keeyyata heera US irra jiru kan ennaa aala akkaan barbaachisu prezidaantiin senetii ykn kongresii waamuu danda’a jedhu tuquu dhaan aangoo cimaan qaba jedhan.

Senetiin ykn hojii isaa fiixaan baasee kaadhimamaa ani dhiyeesseef sagalee kennyy ykn immoo sirnaan hojii itti fufee kaadhimamaa koo bakka isaan hin jiraannetti filaa jedhan Tramp.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG