Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qorannaafis Ta'e Ittisaaf Meeeshaan Ga'an Hin Jiru: Ogeessoota Fayyaa Baahir Daar


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Magaala Baahir Daar keessatti waaltaan namoota vaayrasii Koronaan qabaman keessa ka'aman akkasumas meeshaleen qorannoo human guutuun hojjataa akka hin jirre ogeeyyiin eegumsa fayyaa hangi tokko ibsanii jiru.

Ogeeyyiin kun akka jedhanti ofii isaanii iyyu vaayrasicha irraa of-eeguuf waan isaan barbaachisu akkasumas dhiyeessiin kanneen biroon haala qubsaa ta'een hin jiru

Dhaabbati saayinsii hawaasaa kab bulchiinsa naannoo deebii kenneen iddoo ga'an dhabamuu isaan kan ka'e meeshaalee barbaachisaniin gargaaramuun rakkoo waan ta'eef human guutuun hin hojjatan jedhe.

Mootummaanis gama isaan suuta suutaan rakkoon kun furama jechuu isaa Asteer Misgaanaaw gabaastee jirti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG