Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbatootiin hawaasummaa soshaal Intarpraayz Itiyoophiyaa fi wiizkiids jedhaman Duula Jalqaban


Duullii haaraan maqaa Shiild Itiyoophiyaa ykn Shifoon Itiyoophiyaa jedhamuun jalqabame kun uummata Itiyoophiyaa harka 80 ta'u waa'ee vaayrasii koronaa akka hubatuuf barsiisuu akka ta'e ibsamee jira.

Kana malees waan ittiin funyaanii fi afaan ittiin aguugan(maaskii) miliyoona tokko akka oomishamu gochuuf kan hojjatu ta'u Edeen Garramoo gabaastee jirti.

XS
SM
MD
LG