Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kaartuum Faca'ina Vaayrasii Koronaa Ittisuf Jecha Torban Sadi'iif Sochii Hundumaa Cufte


Magaalaan galma-motummaa Sudaan, Kaartuum, faca’ina Vaayirasii Koronaa ittisuuf jecha, Sanbata dabre kana irraa jalqabdee, torban sadi’iif sochii hundumaa cuftee jirti.

Haga ammaatti, namoonni 90 ol vaayirasichaan qabamuun kan achi irraa gabaasame yoo tahu, namoonni dhukkubichaan du’an 12 jedhama. Caasaan fayyaa biyyattii wal-waraansa waggoota hedduu fi uggura dinagdee biyyattii irra tureen ka mamanca’anii jiran taheyyuu, hojjetoonni eegumsa fayyaa fi to’annaa dhukkuboota daariqaa, akka vaayirasichi hin babal’anneef, adda durummaan carraaqaa jiru.

Gabaasaa Naabaa Mohiddin Jaallannee tu dhiheessa.

Kaartuum Faca'ina Vaayrasii Koronaa Ittisuf Jecha Torban Sadi'iif Sochii Hundumaa Cufte
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:12 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG