WAASHINGITAN, DIISII —
Yeroo Vaayirasiin Koovid-19, hawaasaalee guutummaa Addunyaa irra miidhaa geessisaa jiru kanatti, dubartoonni fi durboonni biyya hin qabnee fi qahee fi jiruu ofii irraa buqqa’an, hookkara saala irratti hundaa’eef ka saaxilan tahuu, Komishinarri Ol’aanaan Dhimma Baqattootaa ka Tokkummaa Mootummootaa – UNHCR beeksisee jira.
Gabaasaa Isaaabellaa Kokolii Jaallannee tu dhiheessa.