Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walitti Bu’iinsi Walloo Kibbaa Lubbuu Galaafate


Faayilii - Magaala Dasee, Walloo

Zoonii Walloo kibbaa aanaa Maqidalaa keesssatti miseenota poolisii dabalatee walitti bu’iiinsi lubbuu siivilootaa galaafate galgala kana uumamuun dhaga’amee jira.

Poolisiin sababaan balaa Sanaa walitti bu’iinsa namoota dhuunfaati jechuu dhaan miidhaa dhaqqabe qulqulleessuun nan ibsa jedhee jira. Jiraattonni naannoo garuu walitti bu’iinsas sanaan miseensonni poolisii torbaa fi siiviilonni du’aniiru jedhan

Itti gaafatamaan zoonii wallii kibbaa komaander lammaa Tesfaayee galgala kana VOAf akka ibsanitti walitti bu’iinsi sun kan uumame aanaa Maqdallaa naannoo koreb keessatti naannoo sa’aatii sagalee ture. Jedha Mesfin arage desse irraa

XS
SM
MD
LG