Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoon Uummattoota Kibbaa Manaa Mana Irra Deemuun Fayyaa Uummataa Hordofaa Jira


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Naannon uummattooa kibbaa faca’ina vaayiresii koronaa ittisuuf jecha manaa mana irra naanna’uu dhaan fayyummaa uummataa kan hordofu ta’uun ibsamee jira

Weerarri vaayiresii koronaa miidhaa irraan ga’uu mala kan jedhame uummata naannoo Sanaa kanneen miliyoona 12 ta’an ykn immoo naannolee dhibba irraa harka 60 ta’an keessatti hordoffiin kun jalqabamuu isaa itti gaafatamaan waajjira eegumsa fayyaa naannichaa obbo Aqinaaw Kaawzaa VOAf ibsaniiru jechuu dhaan

Yonatan Zebdwoos Hawaasaa irraa gabaaseera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG