Xurree ittiin seenan

Breaking News

Aksuum Keessasa Namni Mooraa Waaltaa Shakkamtoota Vaayiresii Koronaa Qabu Jedhaman Keessaa Miliquuf Ka’e Ni Qabame


Mgaalaa Aksuum keessaa namni bakka namoonni vaayiresii koronaa qabu jedhamanii shakkaman adda baafamanii kaa’aman keessaa miliquuf yaale hidhaa baatilee ja’aan akka adabamuu manni murti magaalattii murteessee jira.

Mootummaan naannoo Tigraays imaltooni naanno isa kam irraa iyyuu gara naannoo Sanaa seenan guyyoota 14f waaltaa adda baafamanii kaa’aman keessa akka turaniif murti dabarseen namni sun Finfinnee irraa gara Aksuumitti imalee waaltaa namoonni qofaatti baafamanii kaa’aman keessaaa miliquuf utuu yaaluu qabame jechuu dhaan bulchiinsi magaaltti beeksiseeraa jedha Mulugeetaa Atsbehaa Maqalee irraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG