Xurree ittiin seenan

Breaking News

Uaagaa Itiyoophiyaan Baqattoota Ilaalchisuu Keesse Ijoollee Miidha: Human Rights Watch


Faayilii - ijoollee baqatoota Eertraa Itoophiyaa keessa jiran
Faayilii - ijoollee baqatoota Eertraa Itoophiyaa keessa jiran

Ulaagaa lammiiwwan Eertraa Itiyoophiyaa seenan ittiin gallmaa’an itiyoophiyaan jijjiiruun isee keessumaa daa’imman balaaf saaxila jechuu dhaan gareen mirga namaaf falmu Human Rights Watchi ibsa har’a baaseen beeksiseera. Jaarmiychi waa’ee ulaagaa Sanaa gaafatamee ibsa hin kennine.

Mootummaan Itiyoophiyaa xumura turban darbee Tigraay gama kaabaatti kan argamu Hiisaati keessatti kan argamuu fi buufata baqattoonni Eertraa kummi 26 kan keessa jiraatan curuuf murteessuu isaa fi baqattoonni kanas gara mooraa ka birootti akka dabarsuu beeksisee jira.

Itti dabaluu dhaanis addunyaa dararaa kan jiru weerarri vaayiresii koronaa baqattoota mooraa Itiyoophiyaa keessa jiran kanneen kuma 700 ta’an yaaddeessee jira jechuu dhaan Simmenyish Yeqoyyee gabaasteetti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG