Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qonnaan Bultoonni Tigraay Keessaa Gabaan Cufamuun Oomisha Keenya Miidhe Jedhu


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Vaayiresiin koronaa jireenya qonnaan bultoot guutummaa Itiyoophiyaa irraan yaaddoo ga’uun isaa beekamee jira.

Akkuma Kanaan kanneen naannoo Tigraay keessaa dinnicha oomishan akka jedhanitti sababaa gabaan cufameef jecha dinnichi isaanii lafatti badaa jira.

Daayirikterri qonnaa fi misooma baadiyaa mootummaa naannoo Sanaa Gebresillaasee kidaanee akka jedhanitti qonnaan bultoota dinnicha oomishan kana gargaaruuf mala dha’aa jiran jechuu dhaan Mulugeta Atsebeha Meqelee irraa gabaaseera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG