Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Afriikaa Kibbaa Dinagdee Biyyattii Dandammachiisuf Deggersa Dolaara Biliyoona 26


Prezidaantiin Afriikaa Kibbaa Cyril Ramphosa biyyi isaanii dhiibbaa vaayiresiin koronaa dinagdee biyyattii irra kaa’e irraa akka dandammattu gochuuf bajata doolaara biliyoon 26.3 ramadanii jiru.

Prezidaant Ramaphosa kaleessa TV irratti dhiyaachuun ibsa kennaniin bajanni kun beela akkasumas yaaddoo hawaasaa weerarri vaayiresii koronaa lammiiwwan hiyyeeyyii Afriikaa kibbaa irraan ga’e gad xiqqeessuuf oola.

Biyyattiin daa’imman akkasumas lammiiwwan hojii dhaban gargaaruuf maallaqa deggersaa ni dabalti jedhan Ramphosaan. he country will increase financial grants for child support and for unemployed citizens.

Afriikaa kibbaa keessaa namoonni 3,465 COVID-19n yoo qabaman 58 immo du’aniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG