Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yeroo Ramadaanaatti Poolisiin Kameeroon Musleemotaa Waliin Walitti Bu’e


Poolisiin Kameeroon ennaa musliimoota jalqaba baatii Ramadaanaa kadhannaa jirmaataaf wal ga'an sabababaa vaayiresii koronaan ajaja mootummaan akka wal hin geenyeef baase irra daddarban jedhe humnaan bitimsee jira.

Kameroon keessaa namoonni 1,300 vaayiresii kanana yoo qabaman kanneen 43 ta’an du’aniiru.

Yeroo Ramadaanaatti Poolisiin Kameeroon Musleemotaa Waliin Walitti Bu’e
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:47 0:00


XS
SM
MD
LG