Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baankiin Dhiigaa Itiyoophiyaa Hanqinni Isa Mudachuu Baaksise


Prezidaantiin baankii dhiigaa Itiyoophiyaa hanqinni dhiiga biyyattii keellaalee eegumsa fayyaaf rakkoo guddaa ta’uu isaa dubbatan.

Sababa vaayiresii koronaan kan ka’e namoonni dhiiga kennuu waan sodaataniif kun immoo hanqinaaf sababaa ta’e jedhan. Kunis doktoorota biyyattii kanneen wal’aansa baqaqsanii hodhuu kumaan laka’amu geggeessaniif rakkoo cimaa ta’ee jira jeda gabaasi Simmenyish Yeqoyyee.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG