Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jabuutii Keessatti Vaayiresiin Koronaa Hammaachuun Itiyoophiyaaf Yaaddoo Uume

Lakkoobsi namoota vaayiresii koronaan qabaman kan biyya hollaa Jabuutii keessaa Itiyoophiyaaf yaaddoo ta’ee jira.

Kan Jabuutii waliin wal daangessan naannoon Dirree Dhawaa fi Affaar COVID-19 ittisuuf kan isaan irratti fuuleffatan daangaa ofii irratti ta’uu hoogganaan waajjira eegumsa fayyaa naannoo Affaar Dr. Ferejiin beeksisaniiru jedha gabaasi Mesfin Araagee.

This item is part of
XS
SM
MD
LG