Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walloo Kibbaa Keessatti Dargaggonni Kuma 19 Caalan Hojii Tola-oltummaa Gaggeessaa Jiru


Faayilii - Qotee bulaa godina addaa naanawa Finfinnee
Faayilii - Qotee bulaa godina addaa naanawa Finfinnee

Walloo Kibbaa Keessatti Dargaggonni Kuma 19 Caalan Hojii Tola-oltummaa Gaggeessaa Jiru

Namoota human hin qabneef lafa isaanii qotuun qopheessuu boba'anii jiran.

Waajiira godinaa kan Dubartootaa Daa'immanii fi Dargaggootaa kan hirmaachise hojiin kun weerarri vaayrasii koronaa dhaqqabuu isaatti aansee dargaggonni 19,111 hojii hubannoo kennuu, qabeenyawalitti qabuu fi shakkamtoota dhukkuba Kooviid adda baasuu irratti fedhii isaaniin hojjataa jiru.

Dargaggoota kana keessa barattonni Yunivarsitii akka jiran Masfin Araagee Dasee irraa gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG