Xurree ittiin seenan

Breaking News

Geejibii Balalii Xayyaaraa Awuroopaa Rakkootu Na Mudate Jedha


Dhaabbatii balalii xayyaaraa Awuroopaa ykn Eer Baas(Airbus) sababaa weerara koronaa fi uummanni xayyaaroota kaampaanii kanaan akka gargaaraman amansisuun yeroo fudhate jedhee jira.

Faca'ina vaayrasii koronaa ittisuuf uggura imalaa ka'amee fi uummanni mana ofii keessa turuu waan filateef balaliin xayyaaraa irra-jireessi dhaabachuu isaa ibse.

Eer Baas akka gabaaseetti nuusa waggaa ykn baatii 4 keessatti kan silaa argachuu qabu Doolaara Miliyoona 500 fi miliyoona 22 dhabee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG