Xurree ittiin seenan

Breaking News

Chaayinaan Filannoo Ameerikaa Jidduu Seenuun Fedha Koo Miti Jette


Chaayinaan fallaa prezidaanti Doonaald Traamp jedhanii filannoo prezidaantummaa US kan wagga kana jidduu seenuuf fedhii akka hin qabaatin beeksiste.

Trmp kaleessa Reudtersiif akka ibsanitti Chaayinaan mormituun koo Joo Baayideniif looguu dhaan orogommii kana akkan injifatamuuf waan dandeesse mara ni gooti jedhan

Dubbi himaan ministrii haajaa alaa Chaayinaa Geng Shuang akka jedhanitti akkuma yeroo hedduu irra deddeebinee ibsaa turre filannoon US dhimma ofii isaanii ti, Chaayinaan gidduu seenuuf fedhii hin qabdu jedhan. Uummati Ameerikaas siyaasa filannootti Chaayinaa hin harkisu jennee abdanna jedhan.

yaadi uummataa hedduun akka agarsiisutti dorgommii White Housiif godhamuun Baayiden Trampiin sagalee 48-42n dursaa jiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG