Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkuba Kooviid Injifachuuf Hogganoonni Addunyaa Tokkummaa fi Qindomiina Dhabuun Gaddisiisaa Dha: Antoniyoo Gutarrees


Biyyi hundumtuu akka imaammataa fi ilaalchaa qaabuun tooftaa adda addaa itti fakkaate gargaaramuun vaayrasiin Koronaa akka faca'uuf karaa kenne jedhan.

Weerara kooviid ittisuu kan ilaaleen hogganaa dhabne kan jedhan Gutarrees addunyaa irratti biyyonni beekamoo ta'an walitti dhufanii tooftaa tokko akka baasan akkasumas uummata addunyaa dhimma kana irratti wal duukaa akka hiriirsan gaafatan.

XS
SM
MD
LG